Scenarios

Defines a scenario for the selected sheet area.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Tools - Scenarios.


Mul'inatti Fayyadamuu

Maqaa mul'inoota

Defines the name for the scenario. Use a clear and unique name so you can easily identify the scenario. You can also modify a scenario name in the Navigator through the Properties context menu command.

Yaada

Specifies additional information about the scenario. This information will be displayed in the Navigator when you click the Scenarios icon and select the desired scenario. You can also modify this information in the Navigator through the Properties context menu command.

Qidaa'inoota

Kutaan kun gariin qindaa'inoota mul'inoota agarsiisuuf oolan hiikuuf fayyada.

Handaara agarsiisaa

Highlights the scenario in your table with a border. The color for the border is specified in the field to the right of this option. The border will have a title bar displaying the name of the last scenario. The button on the right of the scenario border offers you an overview of all the scenarios in this area, if several have been defined. You can choose any of the scenarios from this list without restrictions.

Duubatti garagalcha

Gatiiwwan man'eewwanii mul'inoota ka'aatti jijjirtee garagalcha.Yoo dirqaalaa kana filachuu dhiiste,yommuu gatiiwwan man'ee jijjiramu mul'inni hin jijjiramu.Amalli qindaa'inaa Duubatti Garagalcha ittisa man'ee, ittisa wardii, fi qindaa'inoota Jijjiramoota dhorki irratti hundaa'a.

Wardii waamaraa garagalchi

Wardii mul'inaa dabalataatti wardii waamaraa garagalcha.

Jijjiramoota dhorki

Jijjirama mul'inaa ka'aa dhorka.Amalli qindaa'ina Duubatti garagalchaa ittisa man'ee, ittisa wardii, fi qindaa'inoota Jijjiramoota dhorki irratti hundaa'a.

Please support us!