LibreOffice 25.2 Help
Barruu keessatti gatiiwwan man'eewwanii seerota mirkaaneessaa alaa ta'aa hundaa mallatteessi.
Seeroota Mkirkanneessaanaqaan lakkoofsota,aduuwwan,gatii yeroo, fi barruu gara gatii murta'atti ittisa.Hata'uu malee, yoo dirqalli Dhaabi hin filatamnee,gatiiwwan fashaalaawaa ykn garagalcha gatiiwwan fashaalaawaa gara man'eewwanitti galchuun ni danda'ama.Yommuu seera mirkanneessa keessu,gatiin duraa man'ee keessaa jiru hin harromfamu.