LibreOffice 25.2 Help
n man'ee kaka'aan kan gatiiwwan man'ee kaka'aa irrati hundaa'u xiyyaalee hordoffii ni kaasa.
Iddoon man'eewwanii hundii man'ee kaka'aa foormulaa keessaa waliin godayyaa cuquleen shoolama.
Fankishiniin kun akka sadarkaati hojjeta. Fakkeenyaaf,yoo hordoffiin sadarkaa tokkoon dursiitoota mul'isuuf dursee kaka'ee(ykn hirkattoota), kanati aansuudhaan fankishiniin Hordofii kakasuun sadarkaa hirkatina illaali.