dursitoota sakata'ii

Fankishiniin kun hariiroo man'ee ammaa foormulaa qabatee fi man'eewwan foormulaa keessaatti fayyadaman agarsiisa.

Hordoffiin wardii keessaatti xiyyaalee mallatteesuu waliin mul'ata. Yerooma wal fakkattuuti, hangiin man'eewwanii kan foormulaa man'ee ammaa keessaatti qabatame godayyaa cuquleen shoolama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Detective - Trace Precedents.

Shift+F9


Sajoo Yaaddannoo

Fankishiniin kun kaayoo dilgatoota irrati hunda'a. Fakkeenyaaf, yoo dursaan man'ee foormulaa durumaan xiyyaa hordofiittin agarsiifamee, yemmuu ajajja kana irra deebitu, xiyyyaan hordoffii dursittoota man'ee man'ee kanaf ni kafama.


Please support us!