Argama

Ajajnii kun Argama Wardii kakaasa. Argama kanan, hirkattoota man'ee formulaa ammaa irraa man'eewwan wardii sakkatta'u dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Detective.


Yoo altokkoo hordoffii hiiktee, qaree hantuutteetin hordooffii agarsiisu dandeessa. Qareen hantuuttee boca isaa ni jijjira. Man'een wabeefamee dhuma irratti Sakatta'uuf hordoffii qaree lamacuqaasi.

dursitoota sakata'ii

Fankishiniin kun hariiroo man'ee ammaa foormulaa qabatee fi man'eewwan foormulaa keessaatti fayyadaman agarsiisa.

dursitoota haqii

Deletes one level of the trace arrows that were inserted with the Trace Precedents command.

hirkatoota sakkatta'i

n man'ee kaka'aan kan gatiiwwan man'ee kaka'aa irrati hundaa'u xiyyaalee hordoffii ni kaasa.

Hirkattoota Haqi

Sadarkaa tokko xiyyoota faaneesaa Hirkattoota Sakkatta'i waliin uumame haqi.

Hordoffii Mara Haqi

Wardii keessaa xiyyoota faaneessaa hunda haqi.

Dogoggora Sakkatta'i

Man'eewwan dursaa hundaa gatii dogoggoraa man'ee filameetti kan fiduuf sababa ta'u xiyyoota faanessaa kaachisa.

Deetaa Fashaalaawaa Mallaatteessi

Barruu keessatti gatiiwwan man'eewwanii seerota mirkaaneessaa alaa ta'aa hundaa mallatteessi.

Hordoffii Haroomsi

Hordoffii mara barruu keessatti lamkaasi. Yommuu hordooffiwwan hojii irra oolan, foormulaawwan ni haarefamu.

Ofiinharoomsa

Yommuu formulaa foyyeessitu,hordoffiiwwan galmee keesssaa huunda ofumaan hareessa.

Haalata Guuti

Argamatti haalata guuti kakaasa. Akeektuun hantuutee mallattoo addaatti jijjiramu, sakkata'insa man'ee dursaa ilaaluuf man'ee kamiyyuu cuqaasuu dandeessa. Haalata kana keessaa bahuuf, Cufiinsaa dhiibi ykn ajaja Dhuma Haalata Guuti baafata halqara keessaa cuqaasi.

Please support us!