Murfisa
Murfisniiajejjaa murfisa qindaa'inaaLibreOffice keessaa shallaguuf qaqaa waama .
Shallagii LibreOffice keessaati ofiin murfisa qofa garagalchuu dandeesa cabni tarree kolatii kaka'aa dha.
Man'eewwan filameef murfisa.
-
Man'eewwan murfisa jijjiruu barbaddu fili.
-
Meeshaalee - Afaan - Murfisa fili.
-
Man'eewwan dhangiin qaqnii Hiriira fuulaa tabii banamee waliin mul'ata.
-
Baruu ofmaan mara malakata godhiitii sanduuqawwan mirkanneessa murfisa kakaasa.
Wantootaa Fakkasaf Murfisa
-
Wantoo fakkasa fili
-
Meeshaalee - Afaan - Murfisa fili.
-
Yeroo kamiiyyuu yoo ajejja wamtuu murfisa garagalchuun wantoo fakkasa bani ykn dhaamsi. Haalojiiwwan ammaa mallattoo mirkaneessan mul'isu.