Hangiiwwan Maxxansi

Hangiiwwan maxxansi taliiga. Man'eewwan hangiiwwan maxxansa keeessa jiran qofatu maxxanfama.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the menu bar:

Choose Format - Print Ranges.

From the tabbed interface:

Choose Layout tab.

On the Layout menu of the Layout tab, choose Print Ranges.

From toolbars:

Icon Print Ranges

Print Ranges


note

yoo hujeekaan hangii maxxansa hin qindeessine, man'eewwan duwwaa hin ta'iin hunda of keessatti haammachuuf shallaggin ofumaan hangii maxxansa ramada.


Hiiki

Akka hangii maxxansaatti bakka man'ee ka'aa ykn man'ee filamaa ramada.

Ida'i

Filannoowwan ammaa bakkaa maxxansaa hiikametti dabali.

Tarjaa

Bakkaa maxxansa kaa'amee haqi.

Gulaali

Opens a dialog where you can specify the print range.

Please support us!