LibreOffice 24.8 Help
Akkaataalee fuulaa ammeen wardiiwwan huundaa keessatti miseensota hammatamuu qabu ifteessa.Dabalata, ajaja dabalata, lakkoofsa fuulaa duraa, fi safara fuulaa qindeessuu dandeessa.
Miseensa wardii keessaa kan maxxanfamu hiiki.
Irraantoo tarjaa fi tarree maxxansuu akka barbadduu ifteessi.
Prints out the borders of the individual cells as a grid. For the view on screen, make your choice under LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Calc - View - Grid lines.
Yaadannoo wardii kee keesssatti hiikame maxxansa. Wabii man'ee waliin, fuula gara biraa irratti ni maxxanfama.
Wantoota(yoo maxxanfama ta'ee) fi saxaatoo galmee maxxanfama waliin sagamee huundaa of keessaatti hammata.
Chartiiwwan wardii keessatti saagde maxxansa.
galmee maxxanfama keessatti miseensota fakkasa huunda of keessatti qabata.
Firiiwwan irraaa formulaa man'eewwan keessatti argamu maxxansa.
Man'eewwan gatii duwwaa kun akka maxxanfamee ifteessi.
Yommuu maxxansaa fuulaa tokkoo irratti taasisuu hin dandenye,tartiiba itti deetaan wardii keessa lakka'amuu fi maxxanfamuu hiika.
Tarjaa bitaa irraa gara jalaa wardiitti sarjinaan maxxansa.
Tarree gubbee wardii irraa gara tarjaa mirgaatti sardinaan maxxansa.
Select this option if you want this style to restart page numbering.
Enter the number you want to restart at.
Wardii maxxanfameef safara fuulaa hiika.
Select a scaling mode from the list box. Appropriate controls will be shown below the list box.
Fulaawwan maxxanfaman safaruuf murtibaa safartuu ifteessa.
Enter a scaling factor. Factors less than 100 reduce the pages, higher factors enlarge the pages.
Sarjinaan(bal'ina) fi sardinaan(hojjaa)lakkoofsa fuula isaa olaantoo kan tokko tokko wardii akkaataaleen fuulaa ammee itti maxxanfamuu ifteessa.
Hangiiwwan maxxansaa yeroo hundaa gita'aan safarama,kanaafuu lakkoofsi fuulootaa argamani kun lakkoofsa iftaa'ee gaditti ta'a.
You may disable one of the boxes, then the unspecified dimension will use as many pages as necessary.
If you disable both boxes, this will result in a scaling factor of 100%.
Lakkoofsa ol'aantoo fulootaa karaaa sarjinaan maxxansamu galchi.
Lakkoofsa olaantoo fuulootaa karaa sardinaan maxxansamu galchi.
Lakkoofsa olaantoo fuuloota tokko tokkoon barruu akkataa fuula ammee itti maxxansamuu ifteessa.Safarri akka barbaachiseetti hir'isamuun lakkoofsa fuulootaa hiikame waliin tasifama.
lakkoofsa olaantoo fuulootaa maxxansamuuu galchi.