Maqaa Waardii Jijjiiri

Ajajni kun qaaqa itti wardii ammeef maqaa adda addaa itti ramadamu bana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Sheet - Rename Sheet.


Maqaa

Bakka kanatti maqaa wardii haaraa galchi.

Sajoo Qaxxee

Akeektuu hantuutee caancala wardii kan foddaa garaa gaditi argmu karaa barruu halqara keessaan irra ka'uun Qaaqa Maqaa Wardii Jijjiiri banuu dandeessa, yommuu too'anna cuuqaasi.


Sajoo Qaxxee

Karaa biraan, yommuu furtuu dhiibdu, caancalaa wardii cuqaasi. Ammaa maqaa kallatidhaan jijjiruu dandeessa.


Please support us!