LibreOffice 7.6 Help
Maqaa wardii qindeessun fi wardiiwwan filaman dhoksa ykn mul'isa.
Yoo wardiin dhooksamee ta'e,qaaqa wardii agarsiisaa bana, barruu lama agarsiifamuu akka filattuuf si eeyyama.
yoo gargaarsiCTL hojii eegale, duuraa duubni wardii ammee gara Mirgaa-Gara-Bitaatti jijjiira.