LibreOffice 24.8 Help
Hangiiwwan man'ee baay'ee ofumaan akka moggastuu si eeyyama.
Select the area containing all the ranges that you want to name. Then choose Sheet - Named Ranges and Expressions - Create. This opens the Create Names dialog, from which you can select the naming options that you want.
Maqaa uumudhaaf kutaa wardii isa kamtuu akka fayyadamu hiika.
Tarree gubbaa hangii filamee irraa maqaawwan hangii uuma. Tokko tokkoo tarjaaf maqaa addaa fi wabii man'ee fudhata.
Galiinsa tarjaa jalqabaa hangii wardii filamee irraa maqaawwan hangii uuma. Tokko tokkoon tarjaa maqaa addaa fi wabii man'ee fudhata.
Galiinsa tarree dhumaa wardii filamee irraa maqaawwan hangii uuma. tokko tokkoon tarjaa maqaa addaa fi wabii man'ee fudhata.
Galinsa keessaa tarjaa xumuura hangii wardii filameef hangii maqoota uuma Tokko tokkoon tarree maqaa addaa fi wabii man'ee fudhata.