Named Ranges and Expressions

Kutaa adda addaa galmee wardiikeef maqaa akka moggaastuu sif heeyyama. Kutaalee adda adda maqaa moggaasuun, haaala salphaan karaa galmeewwan wardii fi odeeffanno murta'aa barbaadi jedhu naanneessuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Named Range or Expression.


Hiiki

Opens a dialog where you can specify a name for a selected area or a name for a formula expression.

saagi

Bakka qaaree ammeetti hangii man'ee moggaafamee ramadame saaga.

Fayyadami

Hangiiwwan man'ee baay'ee ofumaan akka moggastuu si eeyyama.

Moggaasa

Qaaqa itti moggaasa hangii itti hiikuu dandeessu bana.

Please support us!