LibreOffice 25.2 Help
Miinii eddattoo irratti hundaa'uun ida'ama iskuweerii diviyeeshiniiwwanii kenna.
DEVSQ(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=DEVSQ(A1:A50)
Gatiiwwan x fi y keessa jiran irratti hundaa'uudhan gatiiwwan egeree eksitiraapoleetii godha.
FORECAST(Gatii; DeetaaY; DeetaaX)
Gatiin gatii x, kan gatiin y rigireeshinii kaltokkeen shaallagamuufi dh.
DeetaaY waraantoo ykn hangii y beekkamooti.
DeetaaX waraantoo ykn hangii x beekkamooti.
=FORECAST(50;A1:A50;B1;B50) yoo gatiiwwan x fi y wabiiwwan lamanuu keessaa ademsa kaltokkeen kornyatan gatii Y kan gatii X 50 eeggame kenna.
Gatiiwwan x fi y keessa jiran irratti hundaa'uudhan gatiiwwan egeree eksitiraapoleetii godha.
FORECAST.LINEAR(Value; DataY; DataX)
Gatiin gatii x, kan gatiin y rigireeshinii kaltokkeen shaallagamuufi dh.
DeetaaY waraantoo ykn hangii y beekkamooti.
DeetaaX waraantoo ykn hangii x beekkamooti.
=FORECAST(50;A1:A50;B1;B50) yoo gatiiwwan x fi y wabiiwwan lamanuu keessaa ademsa kaltokkeen kornyatan gatii Y kan gatii X 50 eeggame kenna.
COM.MICROSOFT.FORECAST.LINEAR
Fankishinii raabsa dimshaashaa baratamoo waltawaa kenna. raabsi miinii duwwaa fi istandaard diviyeeshinii tokko qaba.
Innis GAUSS(x)=NORMSDIST(x)-0.5 dha
NORMSDIST(Number)
Lakkoofsi gatii kan raabsi dimshaashaa baratamoo waltawaa itti shallagamuu dha.
=NORMSDIST(1) 0.84 kenna.Bal'inni qonyoo raabsa baratamoo waltawaa gadii gara bitaa gatii X 1 bal'inaa dimshaashaa keessaa 84% dha.
Fankishinii raabsa dimshaashaa baratamoo waltawaa kenna. raabsi miinii duwwaa fi istandaard diviyeeshinii tokko qaba.
NORM.S.DIST(Number; Cumulative)
Lakkoofsi gatii kan raabsi dimshaashaa baratamoo waltawaa itti shallagamuu dha.
Walittiqaba (dirqalee): 0 ykn Soba faankishinii rukina carraa herreega. Gatiiwwan kanbiroo ykn Dhugaa ykn kan dhiifame faankishinii tamsaasa walittiqabaa herrega.
=NORM.S.DIST(1;0) returns 0.2419707245.
=NORMSDIST(1) 0.84 kenna.Bal'inni qonyoo raabsa baratamoo waltawaa gadii gara bitaa gatii X 1 bal'inaa dimshaashaa keessaa 84% dha.
COM.MICROSOFT.NORM.S.DIST
garagaltoo raabsa dimshaashaa baratamoo waltawaa kenna.
NORMINV(Lakkofsa)
Lakkoofsi pirobaabiliitii kan gargaltoon raabsi baratamoo waltawaa itti shallagamuu dha.
=NORMSINV(0.908789) 1.3333 kenna.

COM.MICROSOFT.NORM.S.INV
Lakkoofsa wantoota kennamaniitif lakkoofsa parmichuyeeshinii kanna.
PERMUT(Lakkawwii1; Lakkaawwii2)
Lakkawwii1n ida'ama lakkoofsa wantootati .
Lakkawwii2n lakkoofsa wantootaa tokkoon tokkoo parmichuyeeshinii keessaati.
=PERMUT(6;3) 120 kenna. Kaardii taphaa 6 keessaa tarree kaardii taphaa 3 kaasuuf, carraa garagaraa 120 tu jira.
Lakkoofsa wantoota kennamaniitif lakkoofsa parmichuyeeshinii kanna (irra deebiin ni eyyamama).
PERMUTA(Lakkawwii1; Lakkaawwii2)
Lakkawwii1n ida'ama lakkoofsa wantootati .
Lakkawwii2n lakkoofsa wantootaa tokkoon tokkoo parmichuyeeshinii keessaati.
Wantootni 2 watoota 11 keessaa yeroo hammami filatamuu danda'u?
=PERMUTATIONA(11;2) 121 kenna.
=PERMUTATIONA(6;3) 216 kenna. Yoo kaardin hunduu osoo inni itti aanu hin bahiin deebi'an kaardiiwwan taphaa 6 keessaa tarree kaardiiwwan 3 olkaa'uuf carraawwan garagaraa 216 tu jiru.
Carraa argamina gatiiwwanii ykn hangiiwwanii gidduu dangaawwan lama keessattii kenna. Yoo gatiin Xumuraa hin jirre, fankishiniin kun kaayoo gatiiwwan walqixa gatiiJalqabaa irratti hundaa'uun pirobaabiliitii shallaga.
PROB(Data; Probability; Start [; End])
Deetaan waraantoo ykn hangii deetaa eddattoo keessaati.
Pirobaabilitiin waraanto ykn hangii pirobaabilitiiwwan walfakkaatooti.
Jalqaba gatii jalqaba intavaalii kan pirobaabiliitiwwan ida'amuufi dha.
End (optional) is the end value of the interval whose probabilities are to be summed. If this parameter is missing, the probability for the Start value is calculated.
=PROB(A1:A50;B1:B50;50;60) pirobaabilitii gatiin hangii A1:A50 keessaatis daangaa gidduu 50 fi 60 keessatti argamuu kenna. Tokkon tokkoo gatii hangii A1:A50 keessaa pirobaabilitii hangii B1:B50 keessaa qaba.
Sadarkaa lakkoofsa eddattoo keessaa kenna.
RANK(Value; Data [; Type])
Gatiin gatii kan sadarkaan barbaadamuufi dha.
Deetaan waraantoo ykn hangii deetaa eddattoo keessaati.
Akaakuun (dirqaala) tartiiba tarreeti.
Akaakuu = 0 jechuun gadee maalimaa dhuma waraantooti gara jalqabaatti (kun durtii dha)
Akaakuu = 1 jechuun olee maalima jalqabaa hangiiti gara xumuraatti.
=RANK(A10;A1:A50) gatii hangii A1:A50 keessaa sadarkeessuu gatii A10 kenna. Yoo Value hangii keessa hin jiraanne ergaan dogongoraa ni mul'ifama.
Returns the statistical rank of a given value, within a supplied array of values. If there are duplicate values in the list, the average rank is returned.
The difference between RANK.AVG and RANK.EQ occurs when there are duplicates in the list of values. The RANK.EQ function returns the lower rank, whereas the RANK.AVG function returns the average rank.
RANK.AVG(Value; Data [; Type])
Gatiin gatii kan sadarkaan barbaadamuufi dha.
Deetaan waraantoo ykn hangii deetaa eddattoo keessaati.
Akaakuun (dirqaala) tartiiba tarreeti.
Akaakuu = 1 jechuun olee maalima jalqabaa hangiiti gara xumuraatti.
Akaakuu = 1 jechuun olee maalima jalqabaa hangiiti gara xumuraatti.
=RANK(A10;A1:A50) gatii hangii A1:A50 keessaa sadarkeessuu gatii A10 kenna. Yoo Value hangii keessa hin jiraanne ergaan dogongoraa ni mul'ifama.
COM.MICROSOFT.RANK.AVG
Returns the statistical rank of a given value, within a supplied array of values. If there are duplicate values in the list, these are given the same rank.
The difference between RANK.AVG and RANK.EQ occurs when there are duplicates in the list of values. The RANK.EQ function returns the lower rank, whereas the RANK.AVG function returns the average rank.
RANK.EQ(Value; Data [; Type])
Gatiin gatii kan sadarkaan barbaadamuufi dha.
Deetaan waraantoo ykn hangii deetaa eddattoo keessaati.
Akaakuun (dirqaala) tartiiba tarreeti.
Akaakuu = 1 jechuun olee maalima jalqabaa hangiiti gara xumuraatti.
Akaakuu = 1 jechuun olee maalima jalqabaa hangiiti gara xumuraatti.
=RANK(A10;A1:A50) gatii hangii A1:A50 keessaa sadarkeessuu gatii A10 kenna. Yoo Value hangii keessa hin jiraanne ergaan dogongoraa ni mul'ifama.
COM.MICROSOFT.RANK.EQ
Raabsa iskeewnasii kenna.
SKEW(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least three values.
=SKEW(A1:A50) deetaa waba'eef gatii iskeewi shallaga.
Dhundhula sarara rigireeshinii kaltokkee kenna. Dhundhulli tuuta xuqaawwan deetaa gatiiwwan y fi x keessatti sirreefama.
SLOPE(DeetaaY; DeetaaX)
DeetaaYn waraantoo ykn tarreentaa deetaa Yti.
DeetaaXn waraantoo ykn tarreentaa deetaa Xti.
=SLOPE(A1:A50;B1:B50)
Jijjiirama tasaa gara gatii baratameetti jijjiira.
STANDARDIZE(Lakkofsa; Miinii; StDev)
Lakkoofsi gatii istaandardayizii ta'uu dha.
Miiniin gatii miinii artimeetikii raabsati.
StDev istandaard diviyeeshinii raabsati.
=STANDARDIZE(11;10;1) 1 kenna. Gatiin 11 raabsa baratamoo miinii 10 qabuu fi diviyeeshiniin waltawaa 1 miinii 10 bay'ee caala, sababiin waan gatiin 1 miinii raabsa baratamoo waltawaa caaleef.
Eddattoo irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii kenna.
STDEV(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least two values.
=STDEV(A1:A50) returns the estimated standard deviation based on the data referenced.
Eddattoo irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii tilmaamaa kenna.
STDEVA(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least two values. Text has the value 0.
=STDEVA(A1:A50) deetaa wabii ta'e irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii tilmaamame kenna.
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii shallaga.
STDEVP(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=STDEVP(A1:A50) istaandaard diviyeeshinii deetaa wabii ta'e kenna.
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii shallaga.
STDEV.P(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=STDEVP(A1:A50) istaandaard diviyeeshinii deetaa wabii ta'e kenna.
COM.MICROSOFT.STDEV.P
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii shallaga.
STDEV.S(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least two values.
=STDEVP(A1:A50) istaandaard diviyeeshinii deetaa wabii ta'e kenna.
COM.MICROSOFT.STDEV.S
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun istaandaard diviyeeshinii shallaga.
STDEVPA(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
Text has the value 0.
=STDEVPA(A1:A50) istaandaard diviyeeshinii deetaa wabii ta'ee kenna.
Tokoon tokkoo rigireeshinii x tif dogongora waltawaa gatii y fagamee kenna.
STEYX(DeetaaY; DeetaaX)
DeetaaYn waraantoo ykn tarreentaa deetaa Yti.
DeetaaXn waraantoo ykn tarreentaa deetaa Xti.
=STEXY(A1:A50;B1:B50)
Calculates the two-tailed Student's T Distribution, which is a continuous probability distribution that is frequently used for testing hypotheses on small sample data sets.
CHIDIST(Lakkoofsa; DigriiBilisaa)
Lakkoofsi gatii kan raabsi-t shallagamuufii dha.
DigriisFiridam lakkoofsa digrii firidamii raabsa-t ti.
=T.DIST.2T(1; 10) returns 0.3408931323.
COM.MICROSOFT.T.DIST.2T
Calculates the right-tailed Student's T Distribution, which is a continuous probability distribution that is frequently used for testing hypotheses on small sample data sets.
CHIDIST(Lakkoofsa; DigriiBilisaa)
Lakkoofsi gatii kan raabsi-t shallagamuufii dha.
DigriisFiridam lakkoofsa digrii firidamii raabsa-t ti.
=T.DIST.RT(1; 10) returns 0.1704465662.
COM.MICROSOFT.T.DIST.RT
Calculates the inverse of the two-tailed Student's T Distribution , which is a continuous probability distribution that is frequently used for testing hypotheses on small sample data sets.
TINV(Lakkoofsa; DigriisBilisaa)
Lakkoofsi pirobaabilitii raabsa-t egee-lameetin walqabatee dha.
DigriisFiridam lakkoofsa digrii firidamii raabsa-t ti.
=T.INV.2T(0.25; 10) returns 1.221255395.
COM.MICROSOFT.T.INV.2T
Raabsa-t kenna.
TDIST(Lakkoofsa; DigriisFiriidam; Moodii)
Lakkoofsi gatii kan raabsi-t shallagamuufii dha.
DigriisFiridam lakkoofsa digrii firidamii raabsa-t ti.
Moodii = 1 yaalii egee-tokkee kenna, Moodii = 2 yaalii egee-lamee kenna.
=TDIST(12;5;1)
Raabsa-t kenna.
CHISQDIST(Lakkoofsa; Digiriiwwan Biliisummaa; Walittiqaba)
Lakkoofsi gatii kan raabsi-t shallagamuufii dha.
DigriisFiridam lakkoofsa digrii firidamii raabsa-t ti.
Walittiqaba (dirqalee): 0 ykn Soba faankishinii rukina carraa herreega. Gatiiwwan kanbiroo ykn Dhugaa ykn kan dhiifame faankishinii tamsaasa walittiqabaa herrega.
=T.DIST(1; 10; TRUE) returns 0.8295534338
COM.MICROSOFT.T.DIST
garagaltoo raabsa-t kenna.
TINV(Lakkoofsa; DigriisBilisaa)
Lakkoofsi pirobaabilitii raabsa-t egee-lameetin walqabatee dha.
DigriisFiridam lakkoofsa digrii firidamii raabsa-t ti.
=TINV(0.1;6) 1.94 kenna

COM.MICROSOFT.T.INV
Probaabilitii yaalii-t barataa waliin walqabate kenna.
TTEST(Deeta1; Deetaa2; Modii; Akaakuu)
Deetaa1 waraantoo ykn hangii hirkataa deetaa kan kuusaa jalqabaati.
Deetaa2 waraantoo ykn hangii hirkataa deetaa kan kuusaa lammaffaati.
Halata = 1 yaalii egee-tokkee, Modii = 2 yaalii egee-lamee shallaga.
Akaakuu gosa yaalii-t hojjatamuu dha. Akaakuu 1 jechuun walqabataa dha. Akaakuu 2 jecuun eddattoowwan lama variyansii walqixaa. Akaakuu 3 jechuun eddattoowwan lama variyansii garagaraa.
=TTEST(A1:A50;B1:B50;2;2)

COM.MICROSOFT.T.TEST
eddattoo irratti hundaa'uun variyansii tilmaama.
VAR(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least two values.
=VAR(A1:A50)
Eddattoo irratti hundaa'uun variyansii tilmaama.Gatiin barruu 0 dha.
VARA(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least two values.
=VARA(A1:A50)
eddattoo irratti hundaa'uun variyansii tilmaama.
VAR.S(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
The parameters should specify at least two values.
=VAR(A1:A50)
COM.MICROSOFT.VAR.S
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun variyansii shallaga.
VARP(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=VARP(A1:A50)
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun variyansii shallaga.
VAR.P(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=VARP(A1:A50)
COM.MICROSOFT.VAR.P
Gurmii waamaraa irratti hundaa'uun variyansii ahllaga.Gatiin barruu 0 dha.
VARPA(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=VARPA(A1:A50)
Gatiiwwan raabsa Webulii kenna.
Tamsaasni Weibull tamsaasa carraa ulaagaalee Alfaa waliin > 0 (boca) fi Beettaa > 0 (safaraa) itti fufaati.
Yoo C'n 1 ta'e, WEIBULL rukina faankishinii carraa herreega.
Yoo C'n 0 ta'e, WEIBULL faankishinii tamsaasa walii galaa herreega.
WEIBULL(Lakkoofsa; Alfaa; Beettaa; C)
Lakkofsi gatii bakka raabsi Weebulii itti shallagamuu dha.
Alfaan ulaagaa Alfaa kan raabsa weebuliiti.
Beettaan ulaagaa Beettaa kan raabsa weebuliiti.
C indicates the type of function.
=WEIBULL(2;1;1;1) 0.86 kenna.
See also the Wiki page.

COM.MICROSOFT.WEIBULL.DIST