LibreOffice 24.8 Help
garagaltoo raabsa-t kenna.
FDIST(Lakkofsa; DigriisFiriidam1; DigriisFiridam2)
Lakkoofsi gatii kan raabsi F shallagamuufii dha.
DigriisFiridam1 digrii firidamii waamamaa kan raabsa F keessaati.
DigriisFiridam2 digrii firidamii waamsisaa kan raabsa F keessaati.
=FDIST(0.8;8;12) 0.61 kenna.
COM.MICROSOFT.F.DIST.RT
garagaltoo raabsa-t kenna.
FINV(Lakkofsa; DigriisFiriidam1; DigriisFiridam2)
Lakkoofsi gatii pirobaabiliitii kan gargaltoon raabsa F shallagamuufii dha.
DigriisFiridam1 lakkoofsa digrii firidamii waamamaa raabsa F ti.
DigriisFiridam2 lakkoofsa digrii firidamii waamsisaa raabsa F ti.
=FINV(0.5;5;10) 0.93 kenna.
COM.MICROSOFT.F.INV.RT
Gatiiwwan raabsa F shallaga.
FDIST(Lakkofsa; DigriisFiriidam1; DigriisFiridam2)
Lakkoofsi gatii kan raabsi F shallagamuufii dha.
DigriisFiridam1 digrii firidamii waamamaa kan raabsa F keessaati.
DigriisFiridam2 digrii firidamii waamsisaa kan raabsa F keessaati.
=FDIST(0.8;8;12) 0.61 kenna.
garagaltoo raabsa-t kenna.
F.DIST(Number; DegreesFreedom1; DegreesFreedom2 [; Cumulative])
Lakkoofsi gatii kan raabsi F shallagamuufii dha.
DigriisFiridam1 digrii firidamii waamamaa kan raabsa F keessaati.
DigriisFiridam2 digrii firidamii waamsisaa kan raabsa F keessaati.
C = 0 fankishinii rukkinaa shallaga C = 1 raabsa shallaga.
=FDIST(0.8;8;12) 0.61 kenna.
=FDIST(0.8;8;12) 0.61 kenna.
COM.MICROSOFT.F.DIST
Raabsa pirobaabiliitii F tif garagaltoo kenna. Raabsi F yaaliwwan F tif firummaa qindaa'inoota deetaa garagaraa lama gidduu jiru qindeessuuf fayyada.
FINV(Lakkofsa; DigriisFiriidam1; DigriisFiridam2)
Lakkoofsi gatii pirobaabiliitii kan gargaltoon raabsa F shallagamuufii dha.
DigriisFiridam1 lakkoofsa digrii firidamii waamamaa raabsa F ti.
DigriisFiridam2 lakkoofsa digrii firidamii waamsisaa raabsa F ti.
=FINV(0.5;5;10) 0.93 kenna.
Raabsa pirobaabiliitii F tif garagaltoo kenna. Raabsi F yaaliwwan F tif firummaa qindaa'inoota deetaa garagaraa lama gidduu jiru qindeessuuf fayyada.
FINV(Lakkofsa; DigriisFiriidam1; DigriisFiridam2)
Lakkoofsi gatii pirobaabiliitii kan gargaltoon raabsa F shallagamuufii dha.
DigriisFiridam1 lakkoofsa digrii firidamii waamamaa raabsa F ti.
DigriisFiridam2 lakkoofsa digrii firidamii waamsisaa raabsa F ti.
=FINV(0.5;5;10) 0.93 kenna.
COM.MICROSOFT.F.INV
jijjiirama fishraii x kenna fi fankishinii raabsa baramootti dhihaatu uuma.
FISHER(Lakkoofsa)
Lakkoofsi gatii jijjiiramuu dha.
=FISHER(0.5) 0.55 kenna.
Garagaltoo jijjiirama fishraii x kenna fi fankishinii raabsa baramootti dhihaatu uuma.
FISHERINV(Lakkoofsa)
Lakkofsi gatii jijjiiramni garagaltoo irratti raawwatamuu dha.
=FISHERINV(0.5) 0.46 kenna.
Bu'aa yaalii F kenna.
FTEST(Deetaa1; Deetaa2)
Deetaa1 waraantoo kuusaa tokkoffaati.
Deetaa2 waraantoo kuusaa lammaffaati.
=FTEST(A1:A30;B1:B12) tuutotni deetaa lama variyaansiidhan garagara ta'uu isaanii shallaguudhan pirobaabilitii tuutotni lamaanuu iada'ama populeeshinii walfakkaataa irraa dhufuu danda'uu isaanii kenna.

COM.MICROSOFT.F.TEST
Gatii faankishinii gaammaa deebisa. Note that GAMMAINV is not the inverse of GAMMA, but of GAMMADIST.
GAMMA(Number)
Lakkoofsa lakkoofa gatiin faankishinii gaammaa herreegamuufi dha.
Gatiiwwan raabsa Gaamaa kenna.
Faankishiniin faallaa GAMMAINV dha.
GAMMADIST(Number; Alpha; Beta [; C])
Lakkoofsi gatii kan raabsi Gaamaa shallagamuufii dha.
Alfaan ulaagaa Alfaa kan raabsa Gaamaati.
Beta is the parameter Beta of the Gamma distribution.
C = 0 fankishinii rukkinaa shallaga C = 1 raabsa shallaga.
=GAMMADIST(2;1;1;1) 0.86 kenna.
Gatiiwwan raabsa Gaamaa kenna.
The inverse function is GAMMAINV or GAMMA.INV.
This function is similar to GAMMADIST and was introduced for interoperability with other office suites.
GAMMA.DIST(Number; Alpha; Beta; Cumulative)
Lakkoofsi gatii kan raabsi Gaamaa shallagamuufii dha.
Alfaan ulaagaa Alfaa kan raabsa Gaamaati.
Beta is the parameter Beta of the Gamma distribution.
Cumulative = 0 or False calculates the probability density function; Cumulative = 1, True, or any other value calculates the cumulative distribution function.
=GAMMADIST(2;1;1;1) 0.86 kenna.
COM.MICROSOFT.GAMMA.DIST
Garagaltoo GAMMADIST raabsa dimshaasha Gaamaa kenna. Fankishiniin kun jijjiiramaa raabsa garagaraa wajjinii akka barbaaddu sii eeyyama.
GAMMAINV(Lakkoofsa; Alfaa; Beettaa)
Lakkoofsi gatii pirobaabiliitii kan gargaltoon raabsa Gaamaa shallagamuufii dha.
Alfaan ulaagaa Alfaa kan raabsa Gaamaati.
Beettaan ulaagaa Beettaa kan raabsa Gaamaati.
=GAMMAINV(0.8;1;1) 1.61 kenna.
Garagaltoo GAMMADIST raabsa dimshaasha Gaamaa kenna. Fankishiniin kun jijjiiramaa raabsa garagaraa wajjinii akka barbaaddu sii eeyyama.
This function is identical to GAMMAINV and was introduced for interoperability with other office suites.
GAMMAINV(Lakkoofsa; Alfaa; Beettaa)
Lakkoofsi gatii pirobaabiliitii kan gargaltoon raabsa Gaamaa shallagamuufii dha.
Alfaan ulaagaa Alfaa kan raabsa Gaamaati.
Beettaan ulaagaa Beettaa kan raabsa Gaamaati.
=GAMMAINV(0.8;1;1) 1.61 kenna.
COM.MICROSOFT.GAMMA.INV
Logarizimii uumamaa fankishinii Gaamaa kenna: G(x).
GAMMALN(Lakkofsa)
Lakkoofsi gatii kan logarizimiin uumamaa fankishinii Gaamaa shallagamuufii dha.
=GAMMALN(2) 0 kenna.
Logarizimii uumamaa fankishinii Gaamaa kenna: G(x).
GAMMALN.PRECISE(Number)
Lakkoofsi gatii kan logarizimiin uumamaa fankishinii Gaamaa shallagamuufii dha.
=GAMMALN(2) 0 kenna.
COM.MICROSOFT.GAMMALN.PRECISE
Raabsa dimshaashaa baratamoo waltawaa kenna.
Innis GAUSS(x)=NORMSDIST(x)-0.5 dha
GAUSS(Lakkoofsa)
Lakkoofsi gatii kan gatiin raabsa baratamoo waltawaa shallagamuufii dha.
=GAUSS(0.19) = 0.08
=GAUSS(0.0375) = 0.01
Miinii ji'omeetirikii eddattoo kenna.
GEOMEAN(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=GEOMEAN(23;46;69) = 41.79. Kanaafuu gatiin miinii ji'oomeetiriikii eddattoo tasaa 41.79 ta'a.
Miinii harmonikii tuuta deetaa kenna.
HARMEAN(Number 1 [; Number 2 [; … [; Number 255]]])
=HARMEAN(23;46;69) = 37.64. Miiniin harmonikii eddatto tasaa kana 37.64 ta'a.
Raabsa hayparji'omeetirikii kenna.
HYPGEOMDIST(X; NSample; Successes; NPopulation [; Cumulative])
Xn eddattoo tasaa keessaa lakkoofsa bu'awwan argamaniiti.
eddattooN hamamtaa eddattoo tasaati.
Milkiiwwan lakkoofsa bu'aawwan minaadama hunda keessatti danda'amuuti.
MinaadamaN n hamamtaa ida'ama populeeshiniiti.
Cumulative (optional) specifies whether to calculate the probability mass function (FALSE or 0) or the cumulative distribution function (any other value). The probability mass function is the default if no value is specified for this parameter.
=HYPGEOMDIST(2;2;90;100) 0.81 kenna. Yoo kutatawwan tostii dibame 100 keessaa 90 minjaala irraa kufani fi jalqaba gama dibameen yoo lafa rukutan, itti aansun kutatawwan 2 tostii dibamee mijaala irraa kufan,pirobaabilitiin 81% ta'a, kan lamaanuu jalqaba gama dibameen tuquu danda'an.
Raabsa hayparji'omeetirikii kenna.
HYPGEOMDIST(X; eddatooN; argamawwan; PopuleshiniiN)
Xn eddattoo tasaa keessaa lakkoofsa bu'awwan argamaniiti.
eddattooN hamamtaa eddattoo tasaati.
Milkiiwwan lakkoofsa bu'aawwan minaadama hunda keessatti danda'amuuti.
MinaadamaN n hamamtaa ida'ama populeeshiniiti.
Walittiqaba (dirqalee): 0 ykn Soba faankishinii rukina carraa herreega. Gatiiwwan kanbiroo ykn Dhugaa ykn kan dhiifame faankishinii tamsaasa walittiqabaa herrega.
=HYPGEOMDIST(2;2;90;100) 0.81 kenna. Yoo kutatawwan tostii dibame 100 keessaa 90 minjaala irraa kufani fi jalqaba gama dibameen yoo lafa rukutan, itti aansun kutatawwan 2 tostii dibamee mijaala irraa kufan,pirobaabilitiin 81% ta'a, kan lamaanuu jalqaba gama dibameen tuquu danda'an.
=HYPGEOM.DIST(2;2;90;100;1) yields 1.
COM.MICROSOFT.HYPGEOM.DIST
Tuutota deetaa kan parsantii alfaa deetaa muudana hin qabneetif miinii kenna.
TRIMMEAN(Deetaa; Alfaa)
Deetaan waraantoo deetaa eddattoo keessaati.
Alfaan dhibbeentaa deetaa mudanaa hedanna keessaa galuu dhiisuu danda'uuti.
=TRIMMEAN(A1:A50; 0.1) osoo parsantii 5 kan gatiiwwanii gatiiwwan olaantoo bakka bu'anii fi parsantii 5 kan gatiiwwanii gatiiwwan gadaantoo bakka bu'u hedannaa keessa hingalchiin, gatii miinii kan lakkoofsota A1:A50 keessa jiranii shallaga.
Calculates the probability of observing a z-statistic greater than the one computed based on a sample.
ZTEST(Data; mu [; Sigma])
Data is the given sample, drawn from a normally distributed population.
mu is the known mean of the population.
Sigma (optional) is the known standard deviation of the population. If omitted, the standard deviation of the given sample is used.
See also the Wiki page.
Calculates the probability of observing a z-statistic greater than the one computed based on a sample.
Z.TEST(Data; mu [; Sigma])
Data is the given sample, drawn from a normally distributed population.
mu is the known mean of the population.
Sigma (optional) is the known standard deviation of the population. If omitted, the standard deviation of the given sample is used.
=Z.TEST(A2:A20; 9; 2) returns the result of a z-test on a sample A2:A20 drawn from a population with known mean 9 and known standard deviation 2.
COM.MICROSOFT.Z.TEST