Fankishinoota Maallaqaa kutaa sadi

COUPDAYBS

Lakkoofsa guuyyootaa guyyyaa kanfaltii dhalaa 1ffaa ittisaa irraa kaasee hanga aduu qubannootti kenna.

Caasima

COUPDAYBS(Settlement; Maturity; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Ittisni 2001-01-25 bitame; aduun bilchinaa 20001-11-15 ta'a.Dhalli waggaa walakkaatti kanfalama.Shallaga madaala dhala guyyaa (hundee 3) fayyadamuudhan kun guyyoota meeqa?

=COUPDAYBS("2001-01-25"; "2001-11-15"; 2; 3) returns 71.

COUPDAYS

Lakkoofsa guyyoota dhala yeroo ammaa keessaa kan aduun qubannoo irra oolu kenna.

Caasima

COUPDAYS(Settlement; Maturity; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Ittisni 2001-01-25 bitame; aduun bilchinaa 20001-11-15 ta'a.Shallaga madaala dhala guyyaa (hundee 3) fayyadamuudhan guyyoota meqatuu yeroo dhalaa kan guyyaan qubannoo irra ooluu keessa jiru?

=COUPDAYS("2001-01-25"; "2001-11-15"; 2; 3) returns 182.5.

COUPDAYSNC

Lakkoofsa guyyoota aduu qubannoo hanga aduu dhalaa itti aanutti jiran kenna.

Caasima

COUPDAYSNC(Settlement; Maturity; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Ittisni 2001-01-25 bitame; aduun bilchinaa 20001-11-15 ta'a.Shallaga madaala dhala guyyaa (hundee 3) fayyadamuudhan hanga aduu dhalaa itti aanuutti guyyoota meeqatuu argamuu?

=COUPDAYSNC("2001-01-25"; "2001-11-15"; 2; 3) returns 110.

COUPNCD

aduu qubannoo booda guyyaa jalqaba makkiif yeroo kenna.Firii akka aduutti dhangeessi.

Caasima

COUPNCD(Settlement; Maturity; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Ittisni 2001-01-25 bitame; aduun bilchinaa 20001-11-15 ta'a.Shallaga madaala dhala guyyaa (hundee 3) fayyadamuudhan aduun dhala itti aanuu meeqa?

=COUPNCD("2001-01-25"; "2001-11-15"; 2; 3) returns 2001-05-15.

COUPNUM

Lakkoofsa boonoowwan (kanfaltiiwwan dhalaa) gidduu aduu qubannoo fi aduu bilchinaatti argaman kenna.

Caasima

COUPNUM(Settlement; Maturity; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Ittisni 2001-01-25 bitame; aduun bilchinaa 20001-11-15 ta'a.Dhalli waggaa walakkaatti kanfalama.Shallaga madaala dhala guyyaa (hundee 3) fayyadamuudhan aduuwwan dhalaa meeqatuu jiraa?

=COUPNUM("2001-01-25"; "2001-11-15"; 2; 3) returns 2.

COUPPCD

aduu aduu dhalaa aduu qubannoo duraa kenna. Bu'aa akka aduutti dhangeessi.

Caasima

COUPPCD(Settlement; Maturity; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Ittisni 2001-01-25 bitame; aduun bilchinaa 20001-11-15 ta'a.dhalli waggaa walakkaatti kanfalama (ammamtaan 2).Shallaga madaala dhala guyyaa (hundee 3) fayyadamuudhan aduun dhala bittaa dura jitu kamii?

=COUPPCD("2001-01-25"; "2001-11-15"; 2; 3) returns 2000-15-11.

FV

Irradedeebi, kanfaltiiwwan seranaa fi saffisa dhala seranaa (gatii egeree) irratti hundaa'uudhan gatii egeree kaawwatii kenna.

Caasima

FV(Rate; NPer; Pmt [ ; [ PV ] [ ; Type ] ])

Saffisni irradedeebi saffisa dhalaati.

NPern lakkoofsa ida'ama yeroowwaniiti (yeroo kanfaltii).

NPern galii dhaabata waggaa yeroo idileetin kanfalamu.

NPer (filannoo) gatii horii callaa (ammaa) kaawwatiiti.

Akaakuun (dirqaala) kanfaltiin xumura ykn jalqaba yerootti ta'uusaa qindeessa.

In the LibreOffice Calc functions, parameters marked as "optional" can be left out only when no parameter follows. For example, in a function with four parameters, where the last two parameters are marked as "optional", you can leave out parameter 4 or parameters 3 and 4, but you cannot leave out parameter 3 alone.

Fakkeenya

Yoo saffisni dhalaa 4% fi yeroon kanfaltii waggoota lama, kanfaltii irradedeebi safartuu sharafaa 750 ta'e gatiin xumura kaawwatii hagamii? Kawwatiin gatii ammaa safartuu sharafaa 2,500 qaba.

=FV(4%;2;750;2500) = -4234.00 currency units. The value at the end of the investment is 4234.00 currency units.

FVSCHEDULE

Tartiibawwan saffisawwan dhalaa yeroo yeroon gegeeddaramaniif kaapitaa jaqabaa irraa gatii kuuusame shallaga.

Caasima

FVSCHEDULE(Bu'uura; Kurfeessaa)

Bu'uurri ka'umsa kapitaalati.

kurfeesaan tartiibawwan saffisawwan dhalaati, fakkenyyaf, akka hammngatti H3:h5 ykn akka (tarree) (fakkeenya ilaali).

note

This function ignores any text or empty cell within a data range. If you suspect wrong results from this function, look for text in the data ranges. To highlight text contents in a data range, use the value highlighting feature.


Fakkeenya

safartuun sharafaa 1000 waggoota sadiif kaawwatame.Saffisni dhalaa waggaatti 3%, 4% fi 5% dha. waggaa sadi booda gatiin meeqaa?

=FVSCHEDULE(1000;{0.03;0.04;0.05}) returns 1124.76.

INTRATE

yommuu ittisni (ykn wanta gara bira ) gatii inveestimeentiin bitamee fi gatii mugoota kanfaluun gurguramee,makkii dhala waggaa kana argamsiise shallaga.

Caasima

INTRATE(Settlement; Maturity; Investment; Redemption [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Gayeessummaa'n guyyaa ittisni itti gurgurame dha.

Kaawwatii'n gatii bittaati.

Mugoota kanfaluu'n gatii gurgurtaati. the selling price.

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Dibun bara 1990-01-15 miiliyoona 1 bitame bara 2002-05-05 miiliyoona 2 gurgurame.hundee shallaggi haftoo guyyaati (hundee = 3).giduugalli sadarkaa makkii waggaa meeqa?

=INTRATE("1990-01-15"; "2002-05-05"; 1000000; 2000000; 3) returns 8.12%.

IPMT

Kaawwatii kanfaltii idilee fi saffisa dhala seranaa wajjiniitif irradedeebi jala jalaa baasuu shallaga.

Caasima

IPMT(Rate; Period; NPer; PV [; FV [; Type]])

Saffisni irradedeebi saffisa dhalaati.

Yeroon yeroo, kan dhalli dhalaa shallagamuufi dha.Yeroo=NPER yoo dhalli dhalaa yeroo dhumaatif shallagame.

NPern ida'ama lakkoofsa yeroowwanii,kan yommuu galiin waggaa itti kanfalamu.

PVntartiiba kanfaltiwwanii keessatti gatii horii callaa ammaati.

FV (filannoo) xumura yeroowwanii irratti gatii barbaadamaa (gatii duranaa) dha.

Akaakuun kanfaltiiwwan irradedeebif aduu ta'umsaati.

Fakkeenya

Yoo saffisni dhala seranaa 5% fi gatiin horii callaa safartuu sharafaa 15,000 ta'e saffisni dhalaa yeroo shanaffaa(waggaa) hagamii? Irradedebin kanfaltii waggoota torba.

=IPMT(5%;5;7;15000) = -352.97 currency units. The compound interest during the fifth period (year) is 352.97 currency units.

NPER

Irradedeebii, kanfatiiwwan seranaa fi saffisa dhala seranaa (gatii egeree) irratti hundaa'uudhan kaawwatiidhaf lakkoofsa yeroowwanii kenna.

Caasima

NPER(Rate; Pmt; PV [ ; [ FV ] [ ; Type ] ])

Saffisni irradedeebi saffisa dhalaati.

Pmt'n tokkoon tokkoo yeroo kessatti galii waggaa dhabbataa kanfalame dha.

PVn tartiiba kanfaltiwwanii keessatti gatii ammaa (horii callaa)ti.

FV (filannoo) gatii egereeti, kan xumura dhuma yeroo dhaqqabu.

Akaakuun (dirqaala) xumura ykn jalqaba yeroo keessatti aduu beellama kanfaltiiti.

In the LibreOffice Calc functions, parameters marked as "optional" can be left out only when no parameter follows. For example, in a function with four parameters, where the last two parameters are marked as "optional", you can leave out parameter 4 or parameters 3 and 4, but you cannot leave out parameter 3 alone.

Fakkeenya

Yeroon kanfaltii dhala irradedeebii 6%, kanfaltii irradedeebii safartuu sharafaa 153.75 fi gatii horii callaa ammaa safartuu sharafaa 2.600 ta'e yeroowwan kanfaltii hammam qaba?

=NPER(6%;153.75;2600) = -12,02. The payment period covers 12.02 periods.

ODDFPRICE

Akka gatii ittisaatti gatii safartuu sharafaa dhibba irraa shallaga, yoo guyyaan dhala jalqaba idileen ala hir'ate.

Caasima

ODDFPRICE(Settlement; Maturity; Issue; FirstCoupon; Rate; Yield; Redemption; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Qubannoon guyyaa bittaa ittisaati.

BoonooDursan ittisa dhala aduu jalqabati.

Saffisnii saffisa dhala waggaati.

kennaa ittisa kenna waggaati.

Fayyiin gatii fayyii safartuu ammaa kan gatii harkaa 100 keessaati.

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


ODDFYIELD

n yoo dhalii aduu jalqaba idileen al gadi bu'e ittisa kenna shallaga.

Caasima

ODDFYIELD(Settlement; Maturity; Issue; FirstCoupon; Rate; Price; Redemption; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

Qubannoon guyyaa bittaa ittisaati.

BoonooDursan ittisaa dhala yeroo jalqabati.

Saffisnii saffisa dhala waggaati.

Gatiin gatii ittisati.

Fayyiin gatii fayyii safartuu ammaa kan gatii harkaa 100 keessaati.

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


ODDLPRICE

Akka gatii ittisaatti gatii safartuu sharafaa dhibba irraa shallaga, yoo guyyaan dhala xumuraa idileen ala hir'ate.

Caasima

ODDLPRICE(Settlement; Maturity; LastInterest; Rate; Yield; Redemption; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

DhalaaXumuran ittisa dhala aduu xumuraati.

Saffisnii saffisa dhala waggaati.

kennaa ittisa kenna waggaati.

Fayyiin gatii fayyii safartuu ammaa kan gatii harkaa 100 keessaati.

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Aduu qubanoo:Bitooteessa 7 1999, aduu bilchinaa: Waxxabajii 15 1999, dhalaa xumuraa: Onkoololeessa 15 1998. Saffisa dhala: paarsantii 3.75, kennaan: paarsantii 4.05, gatiin fayyii: safartuu amma 100, ammamtaa kanfaltiin: walakka waggaati= 2, hundeen:walqixaa 0ti

Gatiin safartuu ammaa 100 keessaa ittisa gatii keessaa, kan dhalaa aduu xumuraa idleen alaa, akka armaan gadiiti shallama:

=ODDLPRICE("1999-02-07";"1999-06-15";"1998-10-15"; 0.0375; 0.0405;100;2;0) returns 99.87829.

ODDLYIELD

n yoo dhalii aduu jalqaba idileen al gadi bu'e ittisa kenna shallagameeef.

Caasima

ODDLYIELD(Settlement; Maturity; LastInterest; Rate; Price; Redemption; Frequency [; Basis])

Qubannoon aduu bittaa ittisati.

Bilchinni aduu ittisni bilchatee(dulloome).

DhalaaXumuran ittisa dhala aduu xumuraati.

Saffisnii saffisa dhala waggaati.

Gatiin gatii ittisati.

Fayyiin gatii fayyii safartuu ammaa kan gatii harkaa 100 keessaati.

Ammamtaan lakkoofsa kanfaltiiwwan dhalaa waggaati (1, 2 ykn 4).

Hundeen tarree dirqaalootni keessaa filatamanif aakkaataa waggaan itti shallagamuu agarsiisa.

Hundee

Shallaggii

0 ykn dhiisuu

Akkaata mala (NASD),Tokko tokkoon ji'oota 12 guyyoota 30

1

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,Lakkoofsa sirri guyyoota waggaa keessaa

2

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 360 of keessaa qaba.

3

Lakkoofsa sirri guyyoota ji'aa keessa,waggaan guyyoota 365 of keessaa qaba.

4

Mala Awurooppaan,tokkoo tokkoon ji'aa 12 guyyoota 30


Fakkeenya

Aduu qubanoo:Bitooteessa 20 1999, aduu bilchinaa: Waxxabajii 15 1999, dhalaa xumuraa: Onkoololeessa 15 1998. Saffisa dhala: paarsantii 3.75, Gatiin: safartuu amma 99.875, gatiin fayyii: safartuu amma 100, ammamtaan kanfaltii: walakka waggaati= 2, hundeen:walqixaa 0ti

Kennaaan ittisaa, kan aduu dhala xumura idileen alaa akka armaan gaditi shallagama.

=ODDLYIELD("1999-04-20";"1999-06-15"; "1998-10-15"; 0.0375; 99.875; 100;2;0) returns 0.044873 or 4.4873%.

RATE

Yeroo yerootti waggaa keessa makkii dhalaa dhaabbataa kenna.

Caasima

RATE(NPer; Pmt; PV [ ; [ FV ] [ ; [ Type ] [ ; Guess ] ] ])

NPer'n lakkoofsa dimshaasha yeroo,kan kaffaaltiin itti adeemsifamuu dha(yeroo kaffaltii).

Pmtn kaffaltii dhaabbataa(waggaan) kan tokko tokkoo yeroo irratti kaffalamuu dha.

PV'n gatii callaa duuraa duubaa kaffaltiiti.

FV'n (dirqalee) gatii egere ti, kunis dhuma kaffaltiiwwan yeroo itti qaqabuuti.

Type'n (dirqaale)guyyaa dhumaa kaffaltii yerooti,jalqaba ykn dhumaa yerooti.

Mala dhayii'n (dirqaale) gatii makkii shallaggii deddebi'aan shallaguun tilmaamamee mureessa.

In the LibreOffice Calc functions, parameters marked as "optional" can be left out only when no parameter follows. For example, in a function with four parameters, where the last two parameters are marked as "optional", you can leave out parameter 4 or parameters 3 and 4, but you cannot leave out parameter 3 alone.

Fakkeenya

Yoo gatiin callaa ammee qarshii 900 mallaqa safartuun ta'ee fi qarshii 10 safartu maallaqan idileen kaffalama ta'ee,yeroo kaffaltii 3'f yeroon kaffaltii makkii dhalaa dhaabbataa meeqaa?

=RATE(3;-10;900) = -75.63% The interest rate is therefore 75.63%.

RRI

Makkii dhalaa kan bu'aa(kenna) inveestimeentii irraa argamu shallaga.

Caasima

RRI(P; PV; FV)

P'n lakkoofsa yeroowwan makkii dhalaaf barbaachisu shallaguu.

PVgatii ammeeti.Gatiin callaa kuusaa challaa ykn gatii callaa ammee kan akaakuun durgoo ti.Akkaa gatii kuusatti gatii poozeetivii ta'ee dirqiin gala;gatiin kuusaa 0 ykn <0 ta'uu hin qabu.

FV'n maaltu akka gatii callaa kuusaatti barbaachisa jedhu murteessa

Fakkeenya

Yoroowwan (wagggoota) afuri fi gatiin callaa 7,500 safaruuwwan ammeen,makkiin dhalaa deebi'uu kan shallagamuu yoo gatiin egeree 10,000 safartuuwwan ammeen ta'ee dha.

=RRI(4;7500;10000) = 7.46 %

Makkii dhalaa dirqiin 7.46% ta'uu qaba kanaaf 7,500 safartuuwwan ammeen gara 10,000 safartuu ammeetti ta'a jechuu dha

VDB

Toftaa gatii jijjiirama kufaa fayyadamuun dippirisheeshinii qabeenya kan iftaayee ykn gariin yeroof kenna

Caasima

VDB(Cost; Salvage; Life; Start; End [; Factor [; NoSwitch]])

Gatii'n Gatii calqabaa qabeenyaati.

Balaarraa kan hafeGatii mahaallaqa dhuma Dullatooma ti.

Jiruu'n turtii dullatooma mahallaqati.

S'n jalqabaa dullatoomaati. Akkaa turti safaartuu aduu wal qixaa ta'een galfamuu qaba.

Dhuma'n dhuma dullatootati.

Murtibaa'n (dirqaale) murtiba dullatoomati. Murtibaa = 2'n dhalaa dullatoomaa dachaati.

NoSwitchis an optional parameter. NoSwitch = 0 (default) means a switch to linear depreciation. In NoSwitch = 1 no switch is made.

In the LibreOffice Calc functions, parameters marked as "optional" can be left out only when no parameter follows. For example, in a function with four parameters, where the last two parameters are marked as "optional", you can leave out parameter 4 or parameters 3 and 4, but you cannot leave out parameter 3 alone.

Fakkeenya

Yeroo tokkoof yoo gatiin calqabaa 35,000 safartuu maallaqan fi gatiin xumuraa dullatooma 7,500 safartuu maallaqaan ta'e,makkiin dachaa diprisheeshinii gadii bu'uunsa qarshii meeqa? Yeroon dullatoomaa waggoota 3 ta'a.Dallatoomni yeroo 10ffaa hamma 20ffaa ni shallagama.

Safartuu mahallaqan=VDB(35000;7500;36;10;20;2) = 8603.80 ta'a. Yommuu dullatoomani yeroo 10ffaa fi 20ffaa gidduu ta'an safartuu mahallaqaa 8,603.80 ta'a.

XIRR

Tarree kafaltiiwwaniif makkii keessaa deebi'u,kan aduwwan adda addaa keessatti bakka fudhatu shallaga. Shallagichis guyyaawwan 365 waggaa keessaa osoo qammee hin dabalatiin irratti hunda'a.

If the payments take place at regular intervals, use the IRR function.

Caasima

XIRR(Values; Dates [; Guess])

Gatiiwwan fi Aduuwwan walfaannee kaffaltiwwan fi walfaannee gatii aduu waliin wal qabatee dha.Cimdiin aduuuwwan calqaba karooraa kaffaltii jalqaba hiika.Gatiiwwan aduu hafan huundii booda,garuu ajaja kamiyyu hin barbaadu.Walfaanneen gatiiwwanii yoo xiqaate neegativii tokkoo fi pozeetiivii tokkoo(kaarniiwwan fi kuufamoota) dirqiin of keessatti qabachuu qaba.

Mala-Dhayitii (Dirqalee) mala dhayitii dhala keessaa deebi'uuf naquu dandeessuu dha. 10% durtii dha.

note

This function ignores any text or empty cell within a data range. If you suspect wrong results from this function, look for text in the data ranges. To highlight text contents in a data range, use the value highlighting feature.


Fakkeenya

Calculation of the internal rate of return for the following five payments (dates are in ISO 8601 format):

A

B

C

1

2001-01-01

-10000

Received

2

2001-02-01

2000

Deposited

3

2001-03-15

2500

4

2001-05-12

5000

5

2001-08-10

1000


=XIRR(B1:B5; A1:A5; 0.1) returns 0.1828 or 18.28%.

XNPV

Calculates the capital value (net present value) for a list of payments which take place on different dates. The calculation is based on a 365 days per year basis, ignoring leap years.

If the payments take place at regular intervals, use the NPV function.

Caasima

XNPV(Dhala; Gatiiwwan; Aduuwwan)

Dhalli kafaltiif dhala kessaa deebisa.

Gatiiwwan fi Aduuwan walfaannee kaffaltiwwan fi walfaannee gatii aduu waliin wal qabatee dha.Cimdiin aduuuwwan calqaba karooraa kaffaltii jalqaba hiika.Gatiiwwan aduu hafan huundii booda,garuu ajaja kamiyyu hin barbaadu.Walfaanneen gatiiwwanii yoo xiqaate neegativii tokkoo fi pozeetiivii tokkoo(kaarniiwwan fi kuufamoota) dirqiin of keessatti qabachuu qaba.

Fakkeenya

Calculation of the net present value for the above-mentioned five payments for a national internal rate of return of 6%.

=XNPV(0.06;B1:B5;A1:A5) 323.02 kenna.

Duubatti gara Fankishinoota maallaqaa kutaa tokkotti

Duubatti gara Fankishinoota maallaqaa kutaa lamatti

Functions by Category

Please support us!