LibreOffice 25.2 Help
Wardii haaraa saaguuf filannoowwan fayyadamamuu qaban ibsa. Wardii haaraa uumuu, yookiin wardii faayilii keessa jiru saaguu ni dandeessa.
Wardii haaraan galmee ke keessa bakka kamitti akka saagamuu qabu adda baasa.
Wardii haaraa kallattiidhaan wardii ammee duratti saaga.Inserts a new sheet directly before the current sheet.
Wardii haaraa kallattidhaan wardii ammee boodatti saaga.
Wardii haaraa yookiin wardii duraan ture, kamtu akka galmeetti saagame adda baasa.
Wardii haaraa uuma.Maqaa wardii dirree Maqaa keessa galchi.Arfiiwwan eeyyamaman qubeewwan,lakkoofsota,iddoowwanii fi jalmurii arfiidha.
Lakkoofsa wardiiwwan uumamuu qaqbanii adda baasa.
Maqaa wardii haaraa adda baasa.
Faayilii duraan ture irraa wardii gara galmee ammeetti saaga.
Faayilii filachuuf qaaqa bana.
Yoo qabduu Sakatta'idhaan faayilii filatte,wardiiwwan isa keessa jiran sanduuqa tarree keessatti mul'atu.Wardii saagamuuf jiru sanduuqa tarree keessaa filadhu.
Wardii akka garagalchaatti osoo hin taane akka quunnamsiistuutti saaguuf filadhu.