Insert Page Break

Ajajni kun akka galmeen ke sirnaan maxxansu sirriitti beekuuf citoota hujeeka tarjaa yookiin tarree saaga.

Choose Sheet - Delete Page Break to remove breaks created manually.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Sheet - Insert Page Break.


Cita Tarree

Man'ee filatamee olitti cita tarree (cita fuulaa surdalaa) saaga.

Cita Tarjaa

Cita tarjaa (cita fuulaa sarjaa)gara bita man'ee ka'aatt saaga.

Please support us!