Kabalaa Foormulaa

Kabalaa foormulaa,foormulaawwan galchuu fi gulaaluuf gargaaru agarsiisa yookiin dhoksa. Yeroo wardiiwwan waliin hojjettu kaballi foormulaa meeshaa baay'ee gaarii ta'edha.

Kabalaa foormulaa dhoksuuf, maalimaa baafataa hin mallatteessin.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose View - Formula Bar.


Yoo kaballi foormulaa dhokate,haalata gulaallii F2dhaan kakaastee ammallee man'ee gulaaluu ni dandeessa.Man'eewwan erga gulaaltee booda Enter dhiibuudhaan jijjiiramoota mul'atan fudhadhu yookiin Esc dhiibuudhaan galiinsa gati.Esc'n haalata gulaallii keessaa bahuufis ni gargaara.

Please support us!