LibreOffice 25.2 Help
Man'eewwan, tarjaawwan ykn tarreewwan hundumaa haqa. Man'eewwan garjalaa ykn garmirgaa man'eewwan haqamaniin bakkaduwwaa guutu. Hubadhu qaaqeen itti aanu yoo filatame filannoowwan haqaman ni kuufamu akkasumas deebi'anii fe'amu.
Naannoo kun filannoo wardiin tokko edda man'eewwan haqamaniin booda akkamitti akka mul'atan agarsiisa.
Bakka duuwwaa uumame man'eewwan haqamaniin guuta.
Bakka duuwwaa argaman man'eewwan gara mirgaa,man'eewwan haqamaniitti argamaniin guuta.
Man'een takkallee edda filatamee booda,tarreewwan hundaa wardiirraa haqa.
This command is equivalent to
.Man'een takkallee edda filatamee booda,tajaa hundaa wardiirraa haqa.
This command is equivalent to
.