Irraantoo/Jalaantoo
Irraantoo yookiin jalaantoo akkaataa fuulaaf ibsa yookiin dhangi'a.
Naannoo Bitaa
Barruu mul'achuu qabu harka bitaa irraantoo yookiin jalaantootti galhi.
Naannoo gidduugaleessaa
Barruu mul'achuu qabu harka bitaa irraantoo yookiin jalaantootti galhi.
Naannoo Mirgaa
Barruu mul'achuu qabu mirga irraantoo yookiin jalaantooti galchi.
Irraantoo/Jalaantoo
Irraantoo yookiin jalaantoo durmurtaawe tarree keessaa filadhu.
Amaloota Barruu
Opens a dialog to assign formats to new or selected text. The Text Attributes dialog contains the tab pages Font, Font Effects and Font Position.
Amaloota Barruu
Maqaa Faayilii
Iddooqa maqaa faayilii bakka filatametti galcha. Mata duree galchuuf hantuutee cuqaasi.Cita baafataa keesaa mata duree, maqaa faayilii yookiin maqaa xurree/faayilii filachuuf cuqaasa dheeraa taasisi.Yoo mata dureen hin moggaafamne ta'e (Faayilii - Amalootsa ilaali), bakka isaa maqaan faayilii ni seena.
Maqaa Faayilii
Maqaa Wardii
Iddooqa maqaa wardii irraantoo/jalaantoo galmee sirrii keessa jiruun bakka bu'e irraantoo/jalaantoo filatame keessa galcha.
Maqaa Wardii
Fuula
Iddooqa lakkaawwii fuulaan bakka bu'e naannoo irraantoo/jalaantoo filatame keessa galcha.
Fuula
Fuulota
Iddooqa lakkoofsa fuulotaa galmee keessa jiran hundaan bakka bu'e naannoo irraantoo/jalaantoo filatame keessa galcha.
Fuulota
Guyyaa
Iddooqa guyyaa ammee irraantoo/jalaantoo tokko tokkoo fuula galmee irra jiru keessatti irra deebi'amu,naannoo irraantoo/jalaantoo filatame keessa galcha.
Guyyaa
Yeroo
Iddooqa yeroo ammee irraantoo/jalaantoo tokko tokkoo fuula galmee irra jiru keessatti bakka bu'e,naannoo irraantoo/jalaantoo filkatame keessa galcha.
Yeroo