LibreOffice 25.2 Help
Kamshaaleen maakroo ajajawwan maakroo uumuuf, gulaaluu fi kaasuuf fayyadan ofkeessatti qaba.
ManaKitaabaa gulaaluu barbaaduu filadhu. Muraan mana kitaabaa atti filtee Bu'uura IDE keessaatti agarsiisaameera.
Maakroo Bu'uuraa rogeessa.erga jijjiirama irratti fiddeen booda maakroo rogeessuu barbaadda, ykn yoo maakroon akkaataalee baaqqee ykn adeemsaa fayyadamee dha.
Jijjiiramoota maakroo keessaa mul'isuuf sajoo kana cuqaasi.qabeentootii jijjiiramaa foddaa addaa keessaatti agarsiisaamaniru.
Barruu sadallaa walgitoo lamaan haguugame shoola. Qaree barruu fuuldura sadallaa banaa ykn cufaa olkaa'itii sajoo kana cuqaasi.
In the dialog editor, this command calls a "Save as" dialog to export the current BASIC dialog.