Qaxxaamurawwan Gabatee cuqoo keessa Basic IDE

Basic IDE keessatti qaxxaamurawwan gabatee cuqoo itti aananitti fayyadamuu ni dandeessa.

Gocha

Qaxxaamura gabatee cuqoo

Run code starting from the first line, or from the current breakpoint, if the program stopped there before.

F5

Dhaabi

Shift+F5

Add watch for the variable at the cursor.

F7

Ejjennoo tokko hima keessa, sarara jalqabaarraa jalqabee yookiin hima sana bakka raawwiin sagantaa dura itti dhaabbate.

F8

Single step as with F8, but a function call is considered to be only one statement.

Shift+F8

Set or remove a breakpoint at the current line or all breakpoints in the current selection.

F9

Enable/disable the breakpoint at the current line or all breakpoints in the current selection.

Shift+F9


Maakroo kaa'e Shift++Q tiin addan kutuun ni danda'ama, akkasumas ala Basic IDE. Yoo keessa Basic IDE jiraattee fi maakroon iddoo sarqurxaatti dhaabe, Shift++Q 'n raawwii maakroo ni dhaaba, garuu ati kana kan hubattu F5, F8, or Shift+F8 booda dha.

Please support us!