LibreOffice 24.8 Help
Wanta bu'uraa Uno kan to'ataa qaaqa Uno yeroo sa'aa darbee isaa waamamu uuma.
Qaaqawwan mankitaabota qaaqaa keessatti ibsamu. qaaqa argisiisuuf, qaaqni "live" mankitaabaa irraa dirqama uumamuu qaba.
Fakkeenyailaali.
CreateUnoDialog( oDlgDesc )
' Ibsa qaaqaa mankitaaba qaaqaa irraa fudhu
oDlgDesc = DialogLibraries.Standard.Dialog1
' Generate "live" dialog
oDlgControl = CreateUnoDialog( oDlgDesc )
' qaaqa "live" agarsiisa
oDlgControl.execute