Ajajawwan Biroo

Kuni, tarreffama faankishinootaa fi himootaa kanneen akaakuu biraa keessatti hin hammatamnee ti.

Beep Statement

Haasawaa kompiitaraatiin sagalee xaphachiisa. Sagaleen kunis sirna irratti kan hundaa'uu fi hamtaa sagalee kan siif jijjiiruu hin dandeenye dha.

Shell Function

Yoo barbaachisaa ta'e, Raawwii biraa kaasuu fi haalata foddaa kanaan walqabatu ibsuu dha.

Wait Statement

Raawwii sagantaa kan ati dheerina yeroo miiliisekondiidhaan ifteessiteef gufachiisa.

WaitUntil Statement

Interrupts the program execution until the time specified.

GetSystemTicks Function

Lakkoofsa sirna dhikkisaa sirna dalagaatiin dhiyaatan deebisa. Hojiiwwan murtaa'oo guutoluuf faankishinii kanatti fayyadamuu ni dandeessa.

GetPathSeparator Function

Returns the operating system-dependent directory separator used to specify file paths.

Environ Function

Gatii jijjiiramaa qeenyaa akka diraatti deebisa. Jijjiiramtootni qeenyaa akaakuu sirna dalagaa ati qabdu irratti hundaa'u.

GetSolarVersion Function

Lakkoofsa keessaa kan fooyya'a ammaa LibreOffice deebisa.

GetGuiType Function

Gatii lakkofsaa kan walquunnama itti fayyadamaa saxaatoo ifteessu deebisa.

TwipsPerPixelX Function

Lakkofsa tiwiipsii kan dheerina pikseelii bakka bu'an deebisa.

TwipsPerPixelY Function

Lakkofsa tiwiipsii kan dheerina pikseelii bakka bu'an deebisa.

GlobalScope specifier

To manage personal or shared library containers (Application Macros or My Macros) from within a document, use the GlobalScope specifier.

Please support us!