LibreOffice 7.5 Help
Diraa qurxa diraawwanii baay'ee, tarree diraa keessa jiran deebisa.
Join (Text As String Array, delimiter)
String
Barruu: Waraantoo diraa.
delimiter (optional): Arfii diraa kan qurxa diraawwanii, diraa keessatti argaman addaan baasuuf fayyadu dha. Durtii daangessuun iddoo arfiiti. Yoo daangessaan diraa dheerinni isaa duwwaa "" ta'e, qurxaawwan diraa kan walqabatan fo'aa malee dha.