DimArray Function

Waraantoo jijjiiramaa deebisa.

caasimaa:


DimArray (ArgumentList)

Dabalataan Waraantoo ilaali

Yoo ulaagaalee omtiyyuu hin dabarfamne, waraantoo duwwaatu uumama(akka Dim A() kan tartiiba dheerina 0 Uno keessaatiin walfakkaata). Yoo ulaagaaleen adda baafaman, ulaagaalee maraaf garri ni uumama.

Ulaagaalee:

ArgumentList: A list of any number of arguments that are separated by commas.

Error codes:

9 Hammanga keessaa mallatto-jalee

Fakkeenya:


    a = DimArray( 2, 2, 4 ) ' is the same as DIM a( 2, 2, 4 )

Please support us!