LibreOffice 7.1 Help
Akaakuujijjiiramaa dirree deetaa wajjin deebisa.
Array ( Argument list)
Dabalataan DimArray ilaali
Tarree qajeelfamaa: Tarree baay'ina qajeelfamootaa kamiyyuu kanneen qoodduudhaan addan bahani dha.
Dim A As Variant
A = Array("Fred","Tom","Bill")
Msgbox A(2)