IsArray Function

Waraantoo keessatti, dirree deetaa ta'uu jijjiiramaa murteessa.

caasimaa:


IsArray (Var)

Gatii deebii:

Boolean

Ulaagaalee:

Var: Jijjiiramaa kamiyyuu kan ati akka waraantootti lallabamuu isaa basbaaduuf barbaaddu dha. Yoo jijjiiramtichi waraantoo ta'e, faankishinichi Dhugaa deebisa; yoo ta'uu baate ammoo Sobatu deebi'a.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:


Sub ExampleIsArray
Dim sDatf(10) As String
    Print isarray(sdatf())
End Sub

Please support us!