DefLng Statement

yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,akkaataa hangii qubeetiin, akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessi.

caasimaa:


Defxxx Characterrange1[, Characterrange2[,...]]

Ulaagaalee:

Hangiiarfii: Qubeewwan kan hangii jijjiiramtootaa kan akaakuu deetaa durtii qindeessuu barbaaddu ifteessan.

xxx: Jefuraan kan akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessu:

Jefuraa: Akaakuu jijjiiramaa durtii

DefSng: Dheeraa

Fakkeenya:


REM hiika huddeelsoo akaakuu jijjiiramaaf:
DefBool b
DefDate t
DefDbl d
DefInt i
DefLng l
DefObj o
DefVar v

Sub ExampleDefLng
    lCount=123456789 REM lCount is an implicit long integer variable
End Sub

Please support us!