LibreOffice 25.2 Help
Tarreeffama qajeelfamootaa ,himannoo gatiin duuka bu'ame of keessaa qabu madaali.Faankishiiniin jijjiirraa gatii himannoo faankishinii kanaan darbe waliin walitti dhufeenya qabu deebisa.
Switch (Expression1, Value1[, Expression2, Value2[..., Expression_n, Value_n]]) As Variant
Faankishiiniin Jijjiirraa himannoo bitaa gara mirgaa tti maddali, achiin gatii himannoo faankshiniif ramadame deebisa. Yoo himannoo fi gatiin akka cimdiitti kennamuu baate, dogongorri sa'aa darbee ni uumama.
Himannoo:Himannoo madaaluuf barbaadde.
Gatii: Yoo himannoon Dhugaa ta'e, gatii deebisuuf barbaadde.
Fakkeenya armaan gadii keessatti faankshiniin Switch maqaa faankishiniitti darbeef korniyaa mijaa'aa ramada.
Sub ExampleSwitch
Dim sGender As String
sGender = GetGenderIndex( "John" )
MsgBox sGender
End Sub
Function GetGenderIndex (sName As String) As String
GetGenderIndex = Switch(sName = "Jane", "female", sName = "John", "male")
End Function