Faankishinoota lakkoofsaa

faankishinoonni lakkoofsa armaan gadii hediisa dalagu. Herreegni fi ogeejjiin Buuliyaanii kutaa addaatti ibsame.Faankishinoonni Ogeejjii irraa adda, faankishinoonni walii galtee dabarsuu fi bu'aa deebisuu yoo ta'u ogeejjiin immoo bu'aa himannoowwan lakkoofsaa lamaa walitti qabuun deebisa.

Faankishinoota Triigoomeetrikii

Faankishiinoonni tiriigoomeetirikii armman gadii bu'uura LibreOffice keessatti deeggaramu.

Faankishinoota Eksipooneenshaalii fi Logaarizimii

Bu'uurri LibreOffice Faankishinoota Eksipooneenshaalii fi Logaarizimii armaan gadii deeggara.

Lakkoofsota tasa uumuu

Himiinni fi Faankishinoonni armaan gadii lokkofsota tasa uumu.

Shallaggii iskuweer ruuttii

Iskuweer ruuttota shallaguuf faankishinii kana fayyadami.

Integers and Fractional

Functions to round values to integers, and to take the fractional part of a value.

Gatii gonkaa

Faankshiniin kun gatii gonkaa deebisa.

Ballaccee Himannoo

Faankishiiniin kun ballaccee aligeebiraa himannoo lakkofsa deebisa.

Lakkoofsota jijjiiruu

Faankishinoonni armaan gadii lakkoofsota dhangii lakkoofsa tokko irraa gara birootti jijjiiru

Please support us!