"*" Operator

Gatii lama waliin baay'isi.

caasimaa:


Result = Expression1 * Expression2

Ulaagaalee:

Bu'aa: himannon lakkofsa kamiyyuu bu'aa baay'isuu kuusa.

Himannoo1, Himannoo2: Himanno lakkofsa kamu at waliin baay'isuu barbaaddu.

Fakkeenya:


Sub ExampleMultiplication1
    Print 5 * 5
End Sub
 
Sub ExampleMultiplication2
Dim iValue1 As Integer
Dim iValue2 As Integer
    iValue1 = 5
    iValue2 = 10
    Print iValue1 * iValue2
End Sub

Please support us!