AND Operator

himannoowwan lama yaayaan walit maki.

caasimaa:


Bu’aa = Himannoo1 fi Himannoo2

Ulaagaalee:

Bu'aa: lakkoofsi jijjiramaan kamiiyyuu bu'aa makaa kuusati.

Expression1, Expression2: Himannon kamu kan ati walitti makuu barbaaddu.

Himannoon Buuliyaanii AND waliin makame gatii duwwaa deebisa dhugaa yoo himannoon lachuu madaallii dhugaa:

Dhugaa AND Dhugaa Dhugaa deebisa; makaawwan kan biroof bu'aan isaa soba.

Qgeejjiin AND akkasuma laklameetiif, laklamee warra himannoo lakkofsaa lama keessatti bakka walfakaatan irra qubatan madaallii hujjeeta.

Fakkeenya:


Sub ExampleAnd
Dim A As Variant, B As Variant, C As Variant, D As Variant
Dim vVarOut As Variant
    A = 10: B = 8: C = 6: D = Null
    vVarOut = A > B And B > C REM returns -1
    vVarOut = B > A And B > C REM returns 0
    vVarOut = A > B And B > D REM returns 0
    vVarOut = (B > D And B > A) REM returns 0
    vVarOut = B And A REM returns 8 due to the bitwise AND combination of both arguments
End Sub

Please support us!