Logical Operators

ogeejjii yaayaa armaan gadii LibreOfficeBasic n deeggaramu

ogeejjii yaayaa qabeentota himanno ykn jijjiramaa lama walitti makuuf, fakkeenyaaf, laklamee murtaa'e qindeessuu ykn dhisuu yaaluuf

AND Operator

himannoowwan lama yaayaan walit maki.

Eqv Operator

qixaataa yaayaa himannoowwan lama shalagi.

Imp Operator

hordoffii yaayaa himannoo lamaa hojjadhu

Not Operator

gati laklame gargalchuun himannoo faallessuu

Or Operator

yaayaa OR disjaakshinii himanno lama irratti dalagi.

XOR Operator

yaayaa Exclusive-Or makaa himanno lama dalagi.

Please support us!