LibreOffice 24.8 Help
Gatii daqiiqaa sa'aa kan eenyummaa yeroo waliin wal gitu deebisi kan timeserial fi timeValue dhaan maddu.
Daqiiqaa(Lakkoofsa)
intergaa
Lakkoofsa: Himamsa numerikii kan gatii eenyumaa yeroo daqiiqaa deebisuuf nu garagaaru of keessaa qabu.
Fankishinin kun faallaa TimeSerial faankishiniiti .Kan inni deebisu sa'aatii meeqa akka ta'e kan TimeSerial ykn kan TimeValue ti. Fakkeenyaaf, himamsa:
Print Minute(TimeSerial(12,30,41))
gatii 30 deebisi.
Sub ExampleMinute
MsgBox "Daqiiqaan amma "& Minute(Now)& "."
End Sub