LibreOffice 25.2 Help
Gatii Sa'aatii yeroo irraa deebisi kan faankishinii TimeSerial ykn TimeValue irraa maddu.
Sa'aa(Lakkoofsa)
intergaa
Lakkoofsa: Himamsa numeerikaa kan gatii eenyummaa yeroo of keessaa qabu sa'aa deebisuuf gargaaru .
Fankishinin kun faallaa TimeSerial faankishiniiti .Kan inni deebisu yeroo irraa sa'aatii meeqa akka ta'e kan TimeSerial ykn kan TimeValue ti. Fakkeenyaaf, himamsa:
Print Hour(TimeSerial(12,30,41))
gatiii 12 deebisi.
Sub ExampleHour
Print "Sa'aan amma " & Hour( Now )
End Sub