Converting Time Values
Faankishiniin armaan gadii gatii yeroo gara lakkoofsa shallagamaatti jijjiira.
Gatii Sa'aatii yeroo irraa deebisi kan faankishinii TimeSerial ykn TimeValue irraa maddu.
Gatii daqiiqaa sa'aa kan eenyummaa yeroo waliin wal gitu deebisi kan timeserial fi timeValue dhaan maddu.
Itergaa lakkoofsa eenyummaa yeroo deebisi kan sekondii ibsu kan fankishinii gatii yeroo fi eenyumaa yerootiin maddu.
Eenyummaa gatii yeroo kannen kennaman irraa sa'aa, Daqiiqaa fi sekondii ulaagaleetti akka diraanitti darban kanneen gatii yeroo shallagi.Gatii kana fayyadamuun addadummaa yeroowwan giddu jiru shallaguu dandeessa.
Eenyummaa gatii yeroo kannen kennaman irraa sa'aa, Daqiiqaa fi sekondii ulaagaleetti akka diraanitti darban kanneen yeroo gatii numeerikii qeenxee keessa jiru ibsan.Gatiin kun addadummaa yeroowwan giddu jiru ibsa.
Returns the time part of the date as a UNO com.sun.star.util.Time struct.
Converts a UNO com.sun.star.util.Time struct to a Date value.
Returns the time part of the date as a UNO com.sun.star.util.DateTime struct.
Converts a UNO com.sun.star.util.DateTime struct to a Date value.