LibreOffice 25.2 Help
Waggaa eenyummaa guyyaa irraa deebisi kan faankishinii DateSerial or the DateValue irraa madde.
Waggaa(Lakkoofsa)
intergaa
Lakkoofsa: Himama itergaa kan eenyumma lakkofsaa guyyaa of keessa qabu kan waggaa shalaguuf gargaaru.
Faankishiniin kun faallaaDateSerial ti,fi eenyummaa waggaa guyyaa kan deebisudha. Fakkenyaaf,himamsi:
Print Year(DateSerial(1994, 12, 20))
Gatii 1994 deebisi.
Sub ExampleYear
MsgBox "" & Year(Now) ,64,"Waggaa baranaa"
End Sub