LibreOffice 25.2 Help
Tartee lakkoofsa guyyaa irratti hundaa'uudhaan gatii deebisa kan guyyaa ji'aa ibsu kan inni madduuniis faankishinii DateSerial ykn DateValue jedhamuuni.
Guyyaa (Lakkoofsa)
intergaa
Lakkoofsa: Himamsa numeerikaalaa kan laakkofsa tartee guyyaa of keessaa qabu kanarraa guyyaa ji'aa murteessu dandeessa.
Faankishiniin kun bu'uuraan faallaa DateSerial faankishiniiti,tartee lakkoofsa guyyaa irra guyyaa ji'aa deebisa DateSerial faankishinii irraa madda ykn DateValuefaankishinii jedhamu irraa.Fakkeenyaaf,himamsa.
Print Day (DateSerial(1994, 12, 20))
Gatii 20 deebisi.
Sub ExampleDay
Maxxansa "Day " & Day(DateSerial(1994, 12, 20)) & " of the month"
End Sub