LibreOffice 7.1 Help
Faayilii baxxee irraa balleessi.
Faayilii akka diraniitti ajeesi.
File: Himamsa diraa kammiiyyuu kan faayilii ifa ta'e of keessa qabu. kanas fayyadamuu ni dandeessa URL notation.
Sub ExampleKill
Kill "C:\datafile.dat" REM Duraan dursa Faayiliin uumamuu qaba.
End Sub