LibreOffice 7.3 Help
Haalata gahinsaa deebisi ykn lakkofsa gahiinsa faayilii kan hima banaa dhaan banamu.Lakkofsi gahiinsa faayilii sirna dalagaa (OSH= Qabannoo sirna dalagaa)
Sirna dalagaa laklamee 32 yoo fayyadamte,ga'uumsa lakkoofsaa faayilii murteessuuf faankishinii FileAttr fayyadamuu hin dandeesssu.
Kanas ilaali: Bani
FileAttr (FileNumber As Integer, Attribute As Integer)
intergaa
Lakkofsa faayilii: Hamma faayilii baname hima baneme wajjin.
Amaloota: Himamsa itergaa kan odeeffannoo faayilii deebisuu barbaaddee agarsiisu .Gatiiwwan armaan gadii ni danda'amu.
1: Faankishiniin FileAttr jedhamu haalata ga'uumsa faayilii agarsiisa.
Faankishiniin FileAttr jedhamu sirna dalagaa gah'uumsa lakkoofsaa deebisa.
Yoo amaloota ulaagaalee gatii 1 ibsite, gatiin armaan kanaa gadii fayyadamee deebisa.
1 - INPUT (faayilii naqaaf banamu)
2 - OUTPUT (faayilii bahaaf banamu)
4 - RANDOM (faayilii gahiinsa darbee darbee banamuu )
8 - APPEND (faayilii miiltessaaf baname)
32 - BINARY (faayilii haalata lameetiin baname).
Sub ExampleFileAttr
Dim iNumber As Integer
Dim sLine As String
Dim aFile As String
aFile = "C:\Users\ThisUser\data.txt"
iNumber = Freefile
Open aFile For Output As #iNumber
Maxxansa #iNumber, "Kun Sarara barruuti"
MsgBox FileAttr(#iNumber, 1), 0, "Access mode"
MsgBox FileAttr(#iNumber, 2), 0, "File attribute"
Close #iNumber
End Sub