LibreOffice 25.2 Help
Writes data to a sequential text file with delimiting characters.
Write [#fileNum] {,|;} expression [, …]
fileNum: Any numeric expression that contains the file number that was set by the Open statement for the respective file.
expression list: Variables or expressions that you want to enter in a file, separated by commas.
Himannon tarree yoo bade Barreessuu himni faayiilii duwwaattii miiltaha.
Tarree himannoo faayilii haaratii ykn kan jirutti ida'uuf, faayiliin haalata kana keessatti Output ykn Append banamuu qaba.
Diraan ati barreessite mallattoo waraabbii keessatti fi qoodduun gargar baha.Daangessaa kana tarree himannoo keessa galchuu hin qabdu.
Tokkoon tokkoo Barreessuu Hima bahaa sarara mallattoo xumuraa akka galfata dhumaati
Lakkofsi kurnyee daangessaa akka qindaa'ina gitoo biyyatti jijjirama.