Banuu fi Cufuu Faayiloota

Close Statement

Faayilii ifteessamaa hima faayilii waliin banamee ture cufi.

FreeFile Function

Faayilii banameef lakkoofsa faayilii itti aanuun argamu deebisi. Lakkoofsa faayilii kan duranuu faayilii ammee banameen hin gargaaramne gargaaramuun faayilii banuuf faankishinii kannatti gargaarami.

Open Statement

Karaa deetaa bani.

Reset Statement

Faayilii banamaa hundaa cufi qabiyyee faayilii ittisoo walitti bu'iinsaa hundaa keessaa baxxee jabaa irratti barreessi.

Please support us!