Import BASIC

Madda barruu Bu'uura foddaa IDE Bu'uura keessaa bana.

Qaree lakkadda keessa iddoo barruu maddaa saaguu barbaadde olkaa'itii, sajoo Barruu maddaa saagi cuqaasi. Faayilii barruu maddaa Basic ati saaguu barbaadde ofkeessaa qabu akeekiitii ittaansii Bani cuqaasi.

Icon Import BASIC

Import BASIC

Please support us!