Sa'aatii Dandeessisi

Jijjiiramoota maakroo keessaa mul'isuuf sajoo kana cuqaasi.qabeentootii jijjiiramaa foddaa addaa keessaatti agarsiisaamaniru.

Maqaa jijjiiramaa isa filatu cuqaasi, achiin sajoo Ilaalli Dandeessisa cuqaasi. Gatiin jijjiiramaaf ramadame mqaa isaatti aanee agarsiifama. Gatiin kun seranaan haaromu.

Sajoo

Sa'aatii Dandeessisi

Jijjiiramaa sa'aatii haquuf, jijjiiramaa foddaa Sa'aatii keessa fili, kana booda sajoo Sa'aatii Haqi cuqaasi.

Please support us!