Sarqurxa Taliigaa
Dirqalaalee sarqurxaaf ifteessi
Sarqurxa
Lakkoofsa sarara sarqurxa haaraaf saagi, itti aansuundhaan Haaraa cuuqaasi.
Kakaasi
Sarqurxa ammee kakaasi yookiin kakaasuu dhiisi.
Lakkoofsa Darbii
Specify the number of loops to perform before the breakpoint takes effect.
Haaraa
Lakkoofsa sarara ifteessame irratti sarqurxa uumi.
Haqi
Sarqurxa filame haqi.