LibreOffice 24.8 Help
Foddaa Ilaali gatii jijjiiramaawwanii yeroo sagantaa hojjoomuu akka ilaalu nuuf heeyyama. Jijjiiramaa ilaalcha sanduuqa barruu keessatti ni ibsa. Jijjiiramaa sanduuqa tarreetti dabaluu fi gatiiwwan isaanii agarsiisuuf Ilaali Dandeessisi cuuqaasi.
Maqaa jijjiiramaa gatiin isaanii torgaa`an saagi.
Jijjiiramaa filatame tarree jijjiiramaawwan ilaalamanii keessaa siiqsi.
Ilaalii Siiqsi
Tarree jijjiiramawwan ilaalamanii agarsiisi. Afuurfannoo gabaaba wajjin gidduu galfata gatii gulaalaa isaatti si`a lama cuuqaasi. Gatiin haaraan sagaantaaf akka gatii jijjiiramaatti fudhatama.