Ilaalcha gubbaa IDE

Kamshaaleen Maakroo IDE keessatti sajoolee adda addaa sagantaalee gulaalii fi yaaliif ni kennu.

Gulaalaa foddaa keessatti, kamshaalee maakroo gad kallattiithaan, lakkaddaa sagantaa bu`uuraa gulaaluun ni danda`ama. tarjaan inni harka bitaa Sarqurxa lakkaddaa sagantaa keessa kaa`uuf gargaara.

Ilaaliin foddaa (observer) Gulaalaa foddaa gad gama bitaan argama, akasumas qabeentoota jijjiiramaawwan yookiin waraantoolee yeroo deemsa ejjatoo baaxxee ni agarsiisa.

Call waliirra window to the right provides information about the call stack of SUBS and FUNCTIONS when a program runs.

Please support us!