Manbarroo, Mojuulii fi Qaaqalee

Kanneen armaan gadii tajaajila guddaa manbarroo, mojuulii fi qaaqalee bu`uura LibreOffice keessattii ibsu.

Bu`uuri LibreOffice projektii caaseessuuf kamshaalee kennuu tajaajila. Deggarsa "units" adda addaa kan projektii bu`uuraa keessatti tokko tokkoo SUBS fi FUNCTIONS ramaduuf nu danddeesisan kenna.

Manbarroo

Manbarroon akka kamshaatti mojuulii qindddeessuf, yookiin galmeetti yookiin qajojiitti miltoo ta`uuf gargaara. Yeroo galmeen yookiin qajojiin olkaa`amu, mojuuliin manbarroo keessatti qabaman ofumaan oltaa`u.

Manbarroon mojuulii hanga 16,000 qabaachuu ni danda`u.

Mojuulii

A module contains SUBS and FUNCTIONS along with variable declarations. The length of the program that can be saved in a module is limited to 64 kB. If more space is required you can divide a LibreOffice Basic project among several modules, and then save them in a single library.

Mojuulii Qaaqa

Mojuuliin qaaqa hiika qaaqa, kan akk amaloota saaxinii qaaqa, amaloota tokko tokko maalimaa qaaqa fi mudatoota ramadaman ofkeessatti qabata.Mojuuliin qaaqa baaxxee qaaqa qofa ijaa qabaatuuf, takka takka "dialogs" jedhama.

Please support us!