LibreOffice 25.2 Help
Galaaleen wantaa mojuuloota fi qaaqalee LibreOffice keessatti uumaman hundaaf ilaalcha gubbaa kenna.
Galaalee wantaa agarsiisuuf sajoo Galaalee Wantaa kamshaa Maakroo keessa jiru cuqaasi.
Qaaqan tarree wantootaa hundaa walqabannoodhaan kaa`aman argisiisa.Galfata tarree irratti kuruuchuun lama jaldhufa wantootaa ni bana.
To display a certain module in the Editor or to position the cursor in a selected SUB or FUNCTION, double click on the corresponding entry.